Hinaaffaa
14 Lakkoofsota12Afaan Oromoo2ffaa Seenaa Baraa 19:3
3Haa ta'u iyyuu malee, inni ati utuboota dhagaa qulqullaa'ootti ilaalaman biyyicha keessaa balleessiteef, inni ati yaada keetiin Waaqayyoon barbaaddachuudhaaf qophoofte gaarii dha” jedhe.
Iyoob 16:19
19Kunoo, ammuma iyyuu kan dhugaa anaaf ba'u waaqa irra jira, waa'ee koo kan himus ol gara irraa jira;
Faarfannaa 42:1-2
Faarfannaa 96:2-3
Faarfannaa 96:10
10Saba lafa irraa keessatti, “Waaqayyo mootii dha! Eyyee, inni biyya lafaa jabeessee dhaabeera, iddoo isaatiis akka inni hin butanne godheera; qajeeltoodhaanis saba hundumaaf firdii in kenna” jedhaa!
Faarfannaa 119:139
139Hamajaajiiwwan koo dubbii kee waan irraanfataniif, hinaafuun koo badduu na baase.
Fakkeenya 11:30
30iji hojii nama qajeelaa muka jireenyaa ti, namni ogeessi malaan lubbuu namaa in deebifata.
1ffaa Qorontos 14:12
12Isinis kennaa hafuuraa argachuudhaaf erga dhimmitanii, caalaatti waan waldaa kristiiyaanaa cimsuun hojjechuudhaaf dhama'aa!
2ffaa Qorontos 7:11
11Egaa akka Waaqayyo biratti fudhatamutti gadduun keessan dhimmamuu attamii, falmachuudhaafis duudhamuu attamii, dheekkamsa attamii, naasuu attamii, ana yaaduu attamii, hinaaffaa attamii, adaba attamii akka isin keessaa kaase ilaalaa! Karaa hundumaas isin dubbii kanatti yakka akka hin qabne argisiiftaniittu.
Galaatiyaa 4:18
18Waan gaariidhaaf yaada nama irra kaa'achuun garuu, yeroo ani isin bira jiru duwwaaf utuu hin ta'in, yeroo hundumaaf isiniif gaarii dha.
Tiitoos 2:14
14Inni seera irra-daddarbuu hundumaa jalaa nu furuudhaaf, saba fo'amaa warra hojii gaariitiif hinaafan ofii isaatiif qulleessuudhaaf, ofii isaa nuuf kenne.
Mul'ata 3:19
19Warran jaalladhu hundumaa balleessaa isaanii ittan mul'isa, barsiisuudhaafis nan adaba; ammas dhimmiitii yaada garaa kee geddaradhu!