Dargaggoota
6 Lakkoofsota3Afaan OromooLallaba 12:1
1Barri hamaan utuu hin dhufin, waggoonni ati,“Anatti hin tolan” ittiin jettus utuu hin dhi'aatin, bara dargagummaa keetti uumaa kee yaadadhu!
1ffaa Ximotewos 4:12-13
Tiitoos 2:6-8
6Akkasuma immoo dhiironni warri gara ijoollee akka of qaban gorsi!
7Waan hundumaa keessatti hojii gaarii hojjechuudhaaf fakkeenya ta'i! Barsiisa kee keessatti dubbii akka waliin hin makne, salphaatti akka hin fudhannes argisiisi!
8Warri garasii nutti gara galan, waan gadhee ittiin nu irratti dubbatan akka hin arganne, dubbii sirrii sanaanis waan ittiin jedhan akka hin qabaanne godhi!