Xeerees

Afaan Oromoo

Namoota bara baqaa fi boojuu keessa jiraatan keessaa tokko yoo taʼu, yeroo jalqabaatiif Astir 2.21 irratti caqasameera.

Teerees mootii Ahaashweeroos mana mootummaa isaa balbala irratti kan tajaajilan jaandaroota lamaan keessaa tokko taʼeeEster 2:21fiEster 6:2irratti caqasameera. Bigtaan waliin taʼuudhaan Teerees sababa hin beekamneef mooticha ajjeesuuf yaade. Haa taʼu malee, karoora isaanii Mordekaay saaxile, innis mootittii Astiritti hime. Dubbiin qoratamee dhugaa taʼuun isaa mirkanaaʼe, kunis Bigtaan fi Teerees muka irratti fannifamuu isaaniitiif sababa taʼe. Hojiin Mordekaayis galmee seenaa mootichaa irratti galmaaʼe.