Ermiyaas 45

GAZGAZAfaan Oromoo5 Keeyyattoota1:29 Dhaggeeffadhu
Dhaggeeffadhu 1:29 · Idilee · Diraamaawaa Biblight keessatti bani

1Ani Ermiyaas, Yehoyaaqiim ilmi Yosiyaas biyya Yihudaa irratti mo'ee waggaa afuraffaa isaatti, Baaruk ilma Neriiyaatti nan dubbadhe; Baaruk kun isa waanan afaaniin isatti hime wanta akka macaafa maramutti caafee dha;

2wanti ani itti dubbadhes isa Waaqayyo gooftaan inni kan Israa'el, waa'ee isaatiif dubbatee ture;

3yaa Baaruk,“Ati,“Anaaf wayyoo! Waaqayyo rakkinatti rakkina waan anatti dabaleef ani aaduu irraa kan ka'e dadhabeera, boqonnaas hin qabu” jetta.

4“Waaqayyo garuu,“Wantan ijaare nan diiga, wantan dhaabes nan buqqisa; kan akkasii biyya lafaa hundumaa irratti nan hojjedha.

5Kunoo, ani nama hundumaatti badiisa nan fida, ati immoo ofii keetii isa jalaa baatee wanta guddaa argachuu feetaa ree” Lakkii! Wanta guddaa akkasii hin fedhin! Iddoo dhaqxu hundumaatti garuu miliqxee lubbuu kee akka oolfattu nan godha” jedhe; kana Waaqayyotu dubbate” nan jedhe.

Ibsa

Ermiyaas 45:1-5 Jajjabinni Baaruukiif Ergame

Baaruuk raajii Ermiyaas barreessuudhaaniifi dubbisuudhaan hojjetee ture; lak. Ermiyaas 36 ilaali; kanaafis mootiidhaan sodaachifamee ture. Warri amantii keessatti haaraa ta’an yookiin jalqaban rakkoolee xixiqqoodhaan salphaatti abdii kutuuf saaxilamu, isaanis tajaajila Waaqayyoo keessatti yeroo jalqabaa yeroo baay’ee wal qunnamu.

Ibsa guutuu dubbisi Sagalee, ibsa guutuu fi dubbisa toora alaa

Hiikkoowwan8 · 6

AMHEVG በይሁዳ ንጉሥ በኢዮስያስ ልጅ በኢዮአቄም በአራተኛው ዓመት የኔርያ ልጅ ባሮክ እነዚህን ቃሎች ከኤርምያስ አፍ በመጽሐፍ በጻፋቸው ጊዜ፥ ነቢዩ ኤርምያስ የተናገረው ቃል ይህ ነው። አማርኛ ENGNIV This is what Jeremiah the prophet told Baruch son of Neriah in the fourth year of Jehoiakim son of Josiah king of Judah… English BCV ኢዮኣቄም ወዲ ኢዮስያስ ኣብ ይሁዳ ምስ ነገሰ፥ ኣብ ራብዐይቲ ዓመቱ፥ ንሱውን ነዘን ቃላት እዚኣተን፥ ካብ ኣፍ ኤርሚያስ ክፅሕፈን እንተሎ፥ ነቢይ ኤርሚያስ ንባሮክ ወዲ ኔሪ ዝነገሮ ቓል እዙ… ትግርኛ GAZBIB Ani Ermiyaas, Yehoyaaqiim ilmi Yosiyaas biyya Yihudaa irratti mo'ee waggaa afuraffaa isaatti, Baaruk ilma Neriiyaatti n… Afaan Oromoo BCV GIZ ነገር ዘነገሮ ኤርምያስ ነቢይ ለባሮክ ወልደ ኔርዩ አመ ጸሐፈ እሎንተ ቃላት ውስተ መጽሐፍ እምአፈ ኤርምያስ ነብይ በራብዕ ዓመተ መንግሥቱ ለኢዮአቄም ወልደ ኢዮስያስ ንጉሠ ይሁዳ። giz BCV aksum ኢዮኣቄም ወዲ ኢዮስያስ ኣብ ይሁዳ ምስ ነገሰ፥ ኣብ ራብዐይቲ ዓመቱ፥ ንሱውን ነዘን ቃላት እዚኣተን፥ ካብ ኣፍ ኤርሚያስ ክፅሕፈን እንተሎ፥ ነቢይ ኤርሚያስ ንባሮክ ወዲ ኔሪ ዝነገሮ ቓል እዙ… ትግርኛ AMHNIV በይሁዳ ንጉሥ በኢዮስያስ ልጅ በኢዮአቄም ዘመነ መንግሥት በአራተኛው ዓመት፣ ኤርምያስ በቃል የነገረውን ባሮክ በብራና ላይ ከጻፈ በኋላ፣ ነቢዩ ኤርምያስ ለኔርያ ልጅ ለባሮክ የተናገረው ይህ … አማርኛ SWAHSUV Neno hili ndilo ambalo Yeremia, nabii, alimwambia Baruku, mwana wa Neria, alipoyaandika maneno haya katika kitabu kwa k… Kiswahili