Ginaat abbaa Tibnii jedhamee1ffaa Mootota 16:21-22keessatti caqasameera. Erga mootiin Israaʼel Eelaan duʼee booda, ummanni garee lamatti qoodame. Walakkaan ummataa Tibnii, ilma Ginaat, mootii godhachuuf hordofe, walakkaan kaan immoo Omrii hordofe. Deeggartoonni Omrii deeggartoota Tibnii caalaa humna qabeeyyii taʼan, Tibniinis duʼe, kunis Omrii mootii akka taʼu isa dandeessise.
Giinaat
Afaan OromooNamoota yeroo mootummaan qoodame jiraatan keessaa isa tokko yoo taʼu, jalqaba 1Mootota.16.21 irratti caqasameera.