Seloomiit

Roob'aamAfaan Oromoo

Isheen dubartii gosa Yihudaa yeroo mootummaan qoodame jiraatte yoo taatu, kan eeramtes2ffaa Seenaa Baraa 11:20irratti qofa.

Shelomiit intala Mootii Rehaab'aam, ilma Solomoon turte. Akka gabaasa2ffaa Seenaa Baraa 11:20tti, isheen intala intala Absaaloom turte; kunis tarii Absaaloom, ilma sadaffaa Mootii Daawit kan argisiisu ta'uu danda'a. Rehaab'aam Mahaalat, intala Jerimoot ilma Daawit, fi Abiihaayil, intala Eliyaab obboleessa Daawit fuudhe. Dabalataanis, Ma'aakaa, intala Absaaloom fuudhe; isheenis Abiyaam, Ataay, Ziizaa fi Shelomiit isaaf deesse.