Iddoon ilma Abinaadaab yoo taʼu, Solomoon mootichi isaafii maatii isaatiif nyaata dhiyeessuu akka toʼatan warra muude keessaa, bulchitoota kudha lamaan keessaa tokko akka taʼe1ffaa Mootota 4:14irratti ibsameera. Iddoon naannoo Mahaanaayim isa laga Yordaanoos gama bahaatti argamuuf itti gaafatamummaan kennameef ture. Bulchaa hundumaaf mana mootummaa sanaaf wantoota barbaachisan dhiyeessuuf jiʼa murtaaʼaan kennameefii ture (1ffaa Mootota 4:7).
Iddoo
Afaan OromooNama bara mootummaa tokkoomee jiraate yoo taʼu, 1Mootota4.14 irratti qofa ibsameera.